[oromofawebmaster] hi Jaalan netifido

  • From: "ja" <raamis@xxxxxxxxxxxxx>
  • To: <oromofawebmaster@xxxxxxxxxxxxx>
  • Date: Tue, 16 Feb 2010 09:40:02 +0700

Salamtaan Qileensa gubbaan isin haageeysu, itti aansee: 

Networkiin (sararaan email) kun haaraya waan taheef yo dhaamsi kun isin geye 
duruu listi dhaamsa arkatu tanati ida'amte jechuudha, tanaaf jecha yo 
fuulduraaf dhaamsa erguu feete oromofawebmaster@xxxxxxxxxxxxx  asitti emeli kee 
ergi namoota Ismaali Omer dhihoo tan memo ergeef hundi amaaf  irratt wal 
marihachuu dendeya. fuladuraaf nama itti id'aa deemna.yo subscrib godhuu feete 
saahiba keetiif as haa kuluchuu :oromofawebmaster-request@xxxxxxxxxxxxx  haa 
ergu' 

( your friends can subscribe to this list by sending email to 
oromofawebmaster-request@xxxxxxxxxxxxx with 'subscribe' in the Subject field OR 
by
visiting  list page at //www.freelists.org/list/oromofawebmaster )

ka dhaamsa kana isinii erge ani
jaala keeysa Ibsaa Roobaatti webmaster

Other related posts:

  • » [oromofawebmaster] hi Jaalan netifido - ja